Humni galaanaa Iraan Ulaa Hormuuz keessatti dooniiwwan meeshaa fe'atanii darbaa turan sadiirratti dhukaasni banamuu booda ...
Daqiiqota 13 Maanchister Siitii gatii kaffalchiisan Arsenaaliif oolmaa guddaa ooleera. Maanchister Siitiis tahe Arsenaal ...
Afaan lama dubbachuuf dandeettii qabduun kaan gargaaruu yaaddanii beektuu? Hojiin afaan hiikkaa fi barreeffama jijjiiruu tarii siif taha. Australia keessatti, TAFE irraa barattee certificate argachuu ...