Aartistonni Afaan Oromootiin walleewwan garaagaraa hojjetan akkaataa eeganiin irraa fayyadamuu dhabuusaanii kaasaa turanis yeroo dhiyoo as garuu fudhatamummaan walleewwan Afaan Oromoo dabalaa jira.
Waltajjii qabiyyeen viidiyoodhaan irratti qoodamuun beekamu YouTube, torban dhufaarraa kaasee qabiyyee ''baay'inaan oomishamaniifi irra deeddeebiin'' qodaman akka sirna galii qoodiinsaa keessaa baasuu ...