Ertiraan walaba taatee Itoophiyaarraa adda bahuuf waggoota 30 ol mootummaa Hayilasillaasefi Dargii lolte. Afrikaa keessatti qabsoo hidhannoo waggoota dheeraa gaggeeffaman keessaa kan Ertiraa tokkoodha ...
Tibba kana dhimmi marii nagaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin gaggeeffame ajandaa ijoo uummataafi namoota siyaasaa ta'ee ture. Dhimmi marii nagaa Mootummaa Itoophiyaafis ...