Loltoonni Ameerikaa gara 100 ta'an loltoota Naayijeeriyaa lola hidhattoota Islaamaafi gareewwan hidhattoota biroo waliin taasisan irratti deeggaruuf gara Naayijeeriyatti bobbaafamaniiru. Loltoonni ...