Teeknooloojiin gosa chatbot ammaan tana bifa fooyya'een as ba'e ChatGPT, biyyoota lixaa keessaa yeroo jalqabaaf Itaalii keessatti akka hojiirra hin oolle dhorkame. Jaarmiyaan nageenyummaa daataa ...